×
Image

Ulaagaalee salaataa - (afaan oromoo)

Qophiin kun waan salaata dura ulaagaalee barbaachisu qajeellotti nama hubachiisa.

Image

Haadhaaf abbatti tola ooluu - (afaan oromoo)

Qophiin kun haqa haadhaaf abbaan namarra qaban jajjabduu tahuu ibsa, badhaasa nama haadhaaf abbaa qajeeleetis ni addeessa,hammeenya nama haadhaaf abbatti mataa jabaateetis dubbateeti irraa nama baqachiisa.

Image

Barnoota zakaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee zakkaa, gosa isii, hanga isii tiifi namoota isiin kennamtuuf barnoota gayaa qaba. Sagaantaan kun Kuta lama qaba.

Image

Waan haraam fakkaatu eeggadhaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee namoota turban Rabbiin guyyaa qiyaamaa isaaniif gaaddiseeysuu ibsa.

Image

Heddumina karaa kheyrii ibsuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Heddumina karaa kheyrii ibsuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.waayee sadarkaa xahaaraa, obsa, sadaqaa, fi kkf ibsa.

Image

Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti waan diin Rabbiirraatti gadi nama jajjabbeessutu ibsame. tanneen akka imaanaa hojii gaarii hojjachuu,qur’aana Rabbii qabachuu, zikrii , du’aa’iifii kanneen kana fakkaatantu ibsame.

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Yeroo xurii jaartii qunnamuu - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti waantoota haraam tan dhoowwaadhaa tan namni laaffisee laaleetu ibsama.kutaa 40 uf jalaa qaba، ( Yeroo xurii jaartii qunnamuu ).

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Weelummaa hinaafaa dhabuu - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti waantoota haraam tan dhoowwaadhaa tan namni laaffisee laaleetu ibsama.kutaa 40 uf jalaa qaba، ( Weelummaa hinaafaa dhabuu ).

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Shanyii ufii jirjiiruu - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti waantoota haraam tan dhoowwaadhaa tan namni laaffisee laaleetu ibsama.kutaa 40 uf jalaa qaba، ( Shanyii ufii jirjiiruu ).

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Salaata keessatti ziqii dhiisuu 2 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti waantoota haraam tan dhoowwaadhaa tan namni laaffisee laaleetu ibsama.kutaa 40 uf jalaa qaba، ( Salaata keessatti ziqii dhiisuu 2 ).

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Salaata keessatti ziqii dhiisuu 1 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti waantoota haraam tan dhoowwaadhaa tan namni laaffisee laaleetu ibsama.kutaa 40 uf jalaa qaba، ( Salaata keessatti ziqii dhiisuu 1 ).

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Salaata keessatti sossohuufii tabachuu - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti waantoota haraam tan dhoowwaadhaa tan namni laaffisee laaleetu ibsama.kutaa 40 uf jalaa qaba، ( Salaata keessatti sossohuufii tabachuu ).