×
Image

Waan haraam ta namni laaffise - Ollatti hammaachuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Haasawa namni dhagayamuu jibbuu caqasuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Qabirra taauu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Walfaraduu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Walhamachuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Farshoo dhuguu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.

Image

Aqiidaa ahlussunnaa wal jamaa’ah - (afaan oromoo)

kitaaba kana keessatti barnoota bu’ura aqiidaa sirrooftuu muslimtootaattu ibsame.waayee towhiida Rabbiitii fii maqaleefii sifaata isaa keessatti ibsa guddaa qaba. Ragaalee qur’aanaafii hadiisaarratti hundaawuudhaan.

Image

Aqiidaa sirraawaafii faallaasaa - (afaan oromoo)

Kitaabni kun aqiidaa qulqulluu muslimaa tan qur’aanaa fii hadiisarraa burqite nama barsiisa.

Image

Aqiidaa kee qabadhu - (afaan oromoo)

Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti,bifa qaafi fi deebiitiin qophooyte.

Image

Hisnul muslim - (afaan oromoo)

Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira

Image

HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII - (afaan oromoo)

HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII : Kitaabni kuni hadiisa shantama ufkeessaa qaba matadureelee gorsa adda addaa irraa dubbata, arba'iina nawaawiyyii jedhama, irraa filatamaa kitaabban hadiisa keessaa isa tokkoodha.

Image

QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA - (afaan oromoo)

QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA