×
Image

Barnoota soomana ramadaanaa (sadarkaa isaa kutaa 1ffaa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tii fii sadarkaa isaa nama barsiisa.

Image

Barnoota soomana ramadaanaa waan soomana balleessaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tiifii wantoota soomana balleessan nama barsiisa.

Image

Barnoota soomana ramadaanaa (sadarkaa isaa kutaa 2ffaa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tii fii sadarkaa isaa nama barsiisa.

Image

Barnoota soomana ramadaanaa ulaagaalee isaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tiifii ulaagaalee inni itti dirqama tahu nama barsiisa.

Image

Eenyummaa muslimaa (haqa muslimtoonni walirraa qaban) - (afaan oromoo)

Sagantaan tun barnoota eenyummaa muslimaa mataduree haqa muslimtoonni walirraa qaban jedhuun vedion nama barsiisa.

Image

Waan qoma namaaf bal’isu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waan qoma namaa bal’isu tan akka zikrii Rabbi qaraatii qur’aanaa kkf ibsa.

Image

Firummaa mururraa dhoowwuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee hammeenyaa fii balaa firummaa muruun qabdu ibsa.

Image

Barnoota seenaa nabii s.a.w. (siiraa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun seenaa jiruu nabii keenyaa s.a.w. nama barsiisa.

Image

Milkii fii hobbahuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee milkii fii hobbahuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Karaa injifannoo - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee akkaataa itti adawwirratti injifannoo gonfatan nama barsiisa.mataan isii soda Rabbiiti.

Image

Ramadaana booda qajeellorratti gadi dhaabbachu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee ramadaana booda ibaadaa Rabbirratti gadi dhaabbachuu irratti walkaasuurraa dubbata.

Image

Salaatoowwan sunnaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee salaatoowwan sunnaa sadarkaa fii gosa isii nama barsiisa.