×
Image

hiikkaa quraanaa kabajamaa juuza 30ffaa.20 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti hiikkaa qur’aana kabajamaa kan juuza 30ffaa yookaan juuza ammaattu dhihaata barnoota kutaa 32 uf keessaa qaba، 20

Image

Hiikaa suuraalee gaggabaabaa qur’aanaa irraa(tabaarak fi ammaa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun hiikkaa suraalee gaggabaabaa 49 kanneen gara boodaa ufkeessaa qaba (juuza lameen boodaa,,tabaarak fi amma) qooda49 ufkeessaa qaba

Image

Bu’uroota afreen - (afaan oromoo)

Qophiin kun bu’ura afreen islaamaa nama barsiisa.

Image

Nabii keenyaaf s.a.w. tumsuun dirqama - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee nabii keenyaaf tumsuun dirqama tahuu ibsa. Yeroo adawwiin maqaa isaanii xuressite karaa dandeenye hundaan irraa deebisuun dirqama tahuu ibsa.

Image

Qabrirratti ijaaruu -45 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

Ani musliima - (afaan oromoo)

Ani musliima

Image

Aqiidaa ahlussunnaa fi kijiba ahbaash - (afaan oromoo)

Sagantaan kun aqiidaa ahlussunnaa fi jama’aah qulqulluu ibsa , garee ahbaash jalloo karaa muslimtootaarraa dabde irrattis deebisaa gayaa kenna.

Image

Seera salaata jum’ah - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota salaata jum’aah nama barsiisa.

Image

HUNDEE AFRAN - (afaan oromoo)

Kitaaba kana keessatti hundee tawhiidaatu ibsame. hammeenyi shirkiitis dubbatamee jira.

Image

Sadarkaa salaanni qabu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee sadarkaa salaanni islaamummaa keessatu qabu ibsa.

Image

Haqa nabiin s.a.w. ummatarraa qabu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee haqa nabiin ummatarraa qabu jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Akkataa salaataa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee akkaataa salaataa ilaalchisee barnoota gayaa uf keessaa qaba.