×
Image

Aqiidaa sirroytuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun aqiidaa sirrooftuu Qajeellotti ibsa.

Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 05 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

Barnoota salaataa - (afaan oromoo)

CDn kuni akka gaaritti salaataa addaan babaasee nama barsiisa,ulaagaalee fii arkaana salaataas namaaf ibsa.

Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 04 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 03 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 02 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 01 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

Ergaa tokko qofa - (afaan oromoo)

sagantaan kuni kitaaba namootaa karaa gabaabaan islaamummaa baranii itti seenuu fedhaniif barnoota gayaa qaba.Ragaawwan qur’aanaafii towraatiifii injiil irratti hundaawaadha. fuula 38 qaba.

Image

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? - (afaan oromoo)

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? : Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur 'aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur 'aanaa (tajwiidaa) bal' inaan uf keessaa qaba.

Image

SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA - (afaan oromoo)

SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA : Kitaabni kuni siiraa (seenaa nabiyyii) sallaahu aleyhi wasallam bifa gaafifii deebisaatiin ibsa. Gaafiifii deebii 440 uf keessaa qaba.

Image

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF - (afaan oromoo)

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF : Kitaabni kuni dubartii muslimaatiif gorsa guddaa hadiisarratti bu'ureeffate uf keessaa qaba.

Image

Ibsa karaa nabiis.a.w. (sharhussunnaa) - (afaan oromoo)

Qophiin sunnaan karaan nabii keenyaa s.a.w. kan akkam akkatahe nama hubachiisa,warren karaa qajeelloo kana qabateefii kaan adda namaa baasa.