×
Image

barnoota seera jum’ah sadarkaafi namusoota isii -03 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota waayee salaata jum’ah, sadarkaafii naamusa isiittu ibsama.kutaa 10 ufkeessaa qaba. 03

Image

barnoota seera jum’ah sadarkaafi namusoota isii -02 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota waayee salaata jum’ah, sadarkaafii naamusa isiittu ibsama.kutaa 10 ufkeessaa qaba. 02

Image

barnoota seera jum’ah sadarkaafi namusoota isii -01 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota waayee salaata jum’ah, sadarkaafii naamusa isiittu ibsama.kutaa 10 ufkeessaa qaba. 01

Image

hojiifii jechoota mindaa guddaa qaban - guyya jumaa qophaawanii masgiidatti ganamuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du’aaiifii sabrii fi kkf.

Image

Heera hajji fii umraa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun barnoota umraafii hajji takkatakkatti addaan baasee addeeysa.

Image

akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.) - (afaan oromoo)

kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.

Image

hojiifii jechoota mindaa guddaa qaban - hogganaan qajeelu dargaggoonni sirraawuu masjidatti rarrauu Rabbif jecha waljaalachuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du’aaiifii sabrii fi kkf.

Image

Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -27 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -27

Image

towbaa karaa kee kan jannataa - (afaan oromoo)

barruu tana keessatti seera towbaattu ibsame.

Image

Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -26 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -26

Image

hojiifii jechoota mindaa guddaa qaban - laa ilaaha illallaahu wahdahuu laashariika lahuu jechuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du’aaiifii sabrii fi kkf.

Image

Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -25 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -25