×
Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 03 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 02 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

Gabbaramaan haqaa Rabbuma qofa 01 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hundee bu’ura towhiidaattu ibsama. mata dureen isaa haqaan gabbaramaan Rabbuma qofa jedha.kutaa 15 qaba.

Image

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? - (afaan oromoo)

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? : Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur 'aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur 'aanaa (tajwiidaa) bal' inaan uf keessaa qaba.

Image

SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA - (afaan oromoo)

SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA : Kitaabni kuni siiraa (seenaa nabiyyii) sallaahu aleyhi wasallam bifa gaafifii deebisaatiin ibsa. Gaafiifii deebii 440 uf keessaa qaba.

Image

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF - (afaan oromoo)

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF : Kitaabni kuni dubartii muslimaatiif gorsa guddaa hadiisarratti bu'ureeffate uf keessaa qaba.

Image

barnoota tokkummaa Rabbii 15 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti bornoota tawhiidaa (tokkummaa Rabbiittu) ibsama.

Image

Barruu Gabaabduu Waa’ee Soomanaafii zakaa - (afaan oromoo)

Kitaaba kana keessatti barruu lamaatu jira. tokkoffaan barnootaa waayee akkaataa zakaa ittibaasaniifii waan zakaan irraa baafamu. kan lammaffaa seera soomana ramadaanaattu ibsama.

Image

hojiifii jechoota mindaa guddaa qaban - guyya jumaa qophaawanii masgiidatti ganamuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du’aaiifii sabrii fi kkf.

Image

akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.) - (afaan oromoo)

kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.

Image

hojiifii jechoota mindaa guddaa qaban - hogganaan qajeelu dargaggoonni sirraawuu masjidatti rarrauu Rabbif jecha waljaalachuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du’aaiifii sabrii fi kkf.

Image

hojiifii jechoota mindaa guddaa qaban - laa ilaaha illallaahu wahdahuu laashariika lahuu jechuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du’aaiifii sabrii fi kkf.