×
Image

Hijraa (godaansa) nabiyyii S.A.W 2 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti seen hijraa godaansa nabiin makkarraa madinatti godaanantu ibsama.

Image

Kakuu kijibaa -42 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

Hadisoowwan nabiirraa S.A.W. fiffilatamoo - (afaan oromoo)

Sagantaan kun hiikaa hadiisoowa fiffilatamoo bifa gaariin qophaaye uf keessaa qaba waan taheef nama hundaaf haalaan barbaachisaadha.qooda 7uf keessaa qaba.

Image

gorsa ol’aanaa dhaloota haarawaaf. - (afaan oromoo)

kitaabni kuni ummata muslima hintahin hunda ragarratti hundaawuun gara islaamummaa yaama.

Image

Karaa injifannoo - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee akkaataa itti adawwirratti injifannoo gonfatan nama barsiisa.mataan isii soda Rabbiiti.

Image

Seera soomana Ramadaanaa - 10 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

Image

Hijraa (godaansa) nabiyyii S.A.W 1 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti seen hijraa godaansa nabiin makkarraa madinatti godaanantu ibsama.

Image

Ramadaana booda qajeellorratti gadi dhaabbachu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee ramadaana booda ibaadaa Rabbirratti gadi dhaabbachuu irratti walkaasuurraa dubbata.

Image

Seera soomana Ramadaanaa - 09 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

Image

Nama du’e faarsanii booyuu -40 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

Seera soomana Ramadaanaa - 08 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

Image

Shigaara fuudhuu -39 - (afaan oromoo)