×
Image

Zikriilee salaata boodaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee zikriiwwan salaata fardii boodaan godhamturraa dubbata.

Image

Seera soomana Ramadaanaa - 05 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

Image

Nabiyyi rahmataa 30 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti nabiin keenya muhammad rahmata aalamaatiif ergamuu isaaniittu ibsama. kutaa 30 uf jalaa qaba.

Image

Ollaa miidhuu -36 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

barnoota hajjiifii umraa kutaa 15ffaa - (afaan oromoo)

kuni sagantaa 15 barnoota hajjii fii umraati. isa keessatti barnoota seera buliinsa muzdalifaattu ibsama.

Image

Barnoota soomana ramadaanaa (sadarkaa isaa kutaa 1ffaa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tii fii sadarkaa isaa nama barsiisa.

Image

Seera soomana Ramadaanaa - 04 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

Image

Nabiyyi rahmataa 28 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti nabiin keenya muhammad rahmata aalamaatiif ergamuu isaaniittu ibsama. kutaa 30 uf jalaa qaba.

Image

Kennaa kennanitti deebiuu -35 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

barnoota hajjiifii umraa kutaa 14ffaa. - (afaan oromoo)

kuni barnoota hajjiifii umraa kutaa14ffaadha. isa keessatti wanni ibsame akkaataa dhaabbannaa arafaati.

Image

Barnoota soomana ramadaanaa waan soomana balleessaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tiifii wantoota soomana balleessan nama barsiisa.

Image

Barnoota Hadiisa filatamaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun hiikkaa hadiisoowwan filatamaa 80 ufkeessaa qaba. Akkuma san seenaa sahaabota isa odeessanii tiifi barnoota isarraa harganus nidubbata.