×
Image

Seera soomana Ramadaanaa - 03 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

Image

Nabiyyi rahmataa 26 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti nabiin keenya muhammad rahmata aalamaatiif ergamuu isaaniittu ibsama. kutaa 30 uf jalaa qaba.

Image

Amala baduu -34 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

barnoota hajjiifi umraa kutaa13ffaa - (afaan oromoo)

sagantan kun barnoota hajjiifii umraa kutaa 13ffaadha. isa keessatti hojii guyyaa 8ffaa baatii ajjiidhaattu ibsama. guyyaan kuni guyyaa tarwiyaa jedhama.

Image

Barnoota soomana ramadaanaa (sadarkaa isaa kutaa 2ffaa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tii fii sadarkaa isaa nama barsiisa.

Image

Seera zakaa fixrii - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee zakaa fixrii tan dhuma soomana ramadaanaatti kafalamtuu barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Seera soomana Ramadaanaa - 02 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

Image

Nabiyyi rahmataa 24 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti nabiin keenya muhammad rahmata aalamaatiif ergamuu isaaniittu ibsama. kutaa 30 uf jalaa qaba.

Image

Dilii dalagan mul’isuu -33 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

barnoota hajjiifi umraa kutaa12ffaa. - (afaan oromoo)

kun barnoota hajjiifii umraa kutaa 12ffaadha. sagantaa kana keessatti waayee xawaafa saiyii umraadhaattu ibsame.

Image

Barnoota soomana ramadaanaa ulaagaalee isaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tiifii ulaagaalee inni itti dirqama tahu nama barsiisa.

Image

Seera soomana Ramadaanaa - 01 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.