×
Image

Karaa milkii - (afaan oromoo)

Qophiin kun karaa keyrii kan namni muslimaa ittiin milkaayu nama barsiisa.Qur’aanaa, hadiisaa fii jechoota ulamaa’ii salafaa irraa walitti qabame.

Image

seera dhiiga baatii tiifi kan dayumsaa 11 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti seera dhiiga jiaa jiaan yookaan yeroo dayuumsaa dubartitti dhufarraa barnoonni kennama kutaa 16 uf jalaa qaba.,

Image

13- Muslima Arrabsuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

Yaa nama dilaaye uf yaadadhu - (afaan oromoo)

Qophiin kun gorsa guddaa nama dogoggore sirreysuu danda’u uf keessaa qaba.

Image

seera dhiiga baatii tiifi kan dayumsaa 10 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti seera dhiiga jiaa jiaan yookaan yeroo dayuumsaa dubartitti dhufarraa barnoonni kennama kutaa 16 uf jalaa qaba.,

Image

12- Nama hamachuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

Sunana ibnumaajah (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)

Sagantaan tun kitaaba ibnu maajah kan hangafoota kitaabban hadiisaarraa tahe guutuu uf keessaa qabdi hadiisa4341qabdi.kitaabni kun barnoota islaama hunda waltti qabata, sadarkaan isaa guddaadha.

Image

seera dhiiga baatii tiifi kan dayumsaa 08 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti seera dhiiga jiaa jiaan yookaan yeroo dayuumsaa dubartitti dhufarraa barnoonni kennama kutaa 16 uf jalaa qaba.,

Image

11- Nama walitti oofuu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti wantiita islaamummaa keessatti irraa dhoowwamnetu dhihaata.bifa barruutiin mata dureen eega ibsame booda hadiisa tokko kan ragaa tahu itti aanee dhufa. qooda 62 uf keessaa qaba.

Image

Sahiiha muslim (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)

Sagantaan tun kitaaba sahiiha muslim guutuu uf keessaa qabdi,kitaabni kun hadiisota sahiiha barnoota islaamaa guututti ufkeysaa qaban kumoota heddu uf keessatti hammata.

Image

Du’aaf qophaawuu toltuu dalaguudhaan - (afaan oromoo)

CDn kuni akka gaaritti wayee hameenya du’aa tii fii waan isii boodaa namaaf ibsa.akkaataa itti ibaadaa heddummeessuudhaan qophaawan ibsa.

Image

seera dhiiga baatii tiifi kan dayumsaa 09 - (afaan oromoo)