×
Image

Barnoota utubaalee iimaanaa (02 - Rabbitti amanuu) - (afaan oromoo)

sagantaan kuni arkaana iimaanaa kan 1ffaa kan tahe Rabbitti amanuu nama hubachiisa

Image

(1) Hiikkaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee hiikaa raga bahiinsa "laa ilaaha illallaahu" ulaagaaleefii qabiyyee isaatti ibsama.

Image

Xahaaraa fi salaata - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee wuduu, tayamuuma, dhiqannaa qaamaa bal’inaan dubbata barnoota salaataatis guututti qaba.

Image

Towhiid & utubaalee islaamaa fi iimaanaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun wayee tokkumaa rabbiiti nama barsiisa. Ammas utubaalee islaamaa fii iimaanaa uf keessaa qaba.

Image

ziyaraa masgiida nabii kan madiinaa 3 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni barnoota akkaataa ziyaaraa masgiida nabii kan madiinaa jiruu, nabirratti salaammatuu, ziyaaraa baqii., ziyaaraa shuhadaa’a uhud fii ziyaaraa masgiida qubaai irraa dubbata. kutaa 3 qaba.

Image

ziyaraa masgiida nabii kan madiinaa 2 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni barnoota akkaataa ziyaaraa masgiida nabii kan madiinaa jiruu, nabirratti salaammatuu, ziyaaraa baqii., ziyaaraa shuhadaa’a uhud fii ziyaaraa masgiida qubaai irraa dubbata. kutaa 3 qaba.

Image

Wantoota islaamummaa balleysu - (afaan oromoo)

Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa tii fi waan islaamummaa diigu namaaf adeeysiti.

Image

ziyaraa masgiida nabii kan madiinaa 1 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni barnoota akkaataa ziyaaraa masgiida nabii kan madiinaa jiruu, nabirratti salaammatuu, ziyaaraa baqii., ziyaaraa shuhadaa’a uhud fii ziyaaraa masgiida qubaai irraa dubbata. kutaa 3 qaba.

Image

Aqiidaa waasixiyyaa - (afaan oromoo)

Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti.

Image

Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -01 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -01

Image

Miidhaa shirkii - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee miidhaa shirkii jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

hiikkaa quraanaa kabajamaa juuza 30ffaa.31 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti hiikkaa qur’aana kabajamaa kan juuza 30ffaa yookaan juuza ammaattu dhihaata barnoota kutaa 32 uf keessaa qaba، 31