×
sagantaan kuni nabiin kenya s.a.w. rahmata uumama hundaaf tahanii ergamuu isaaniiti ibsa. haalaa amala gaarii isaaniiti namaaf addeessa. qooda 13 ufkeessaa qaba.