×
Image

Seera salaata jum’ah - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota salaata jum’aah nama barsiisa.

Image

Sadarkaa salaanni qabu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee sadarkaa salaanni islaamummaa keessatu qabu ibsa.

Image

Hiikaa suuraalee gaggabaabaa qur’aanaa irraa(tabaarak fi ammaa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun hiikkaa suraalee gaggabaabaa 49 kanneen gara boodaa ufkeessaa qaba (juuza lameen boodaa,,tabaarak fi amma) qooda49 ufkeessaa qaba

Image

Aqiidaa ahlussunnaa fi kijiba ahbaash - (afaan oromoo)

Sagantaan kun aqiidaa ahlussunnaa fi jama’aah qulqulluu ibsa , garee ahbaash jalloo karaa muslimtootaarraa dabde irrattis deebisaa gayaa kenna.

Image

Xahaaraa fi salaata - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee wuduu, tayamuuma, dhiqannaa qaamaa bal’inaan dubbata barnoota salaataatis guututti qaba.

Image

Towhiid & utubaalee islaamaa fi iimaanaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun wayee tokkumaa rabbiiti nama barsiisa. Ammas utubaalee islaamaa fii iimaanaa uf keessaa qaba.

Image

Ibaadaa (gabbartii Rabbii) tii fi hiikkaa isii - (afaan oromoo)

Barruun qooda ibaadaadhaa ibsiti ragaalee qur’aanaa fii hadiisarraa taheen wajji

Image

SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN - (afaan oromoo)

SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN : Kitaaba kana keessatti seenaa sahaabota kurnan jannataan gammachiifamaniittu dhalootarraa kaasee hanga du'a isaaniitti ibsame.

Image

MANA KEE KA DU'A BOODAA YAADADHU - (afaan oromoo)

MANA KEE KA DU'A BOODAA YAADADHU : Kitaabni kuni waayee mana du'a boodaa (qabrii) yaadachuun barbaachisaa tahuu nama hubachiisa.

Image

towbaa karaa kee kan jannataa - (afaan oromoo)

barruu tana keessatti seera towbaattu ibsame.

Image

barnoota seera jum’ah sadarkaafi namusoota isii -10 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota waayee salaata jum’ah, sadarkaafii naamusa isiittu ibsama.kutaa 10 ufkeessaa qaba. 10

Image

barnoota seera jum’ah sadarkaafi namusoota isii -09 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota waayee salaata jum’ah, sadarkaafii naamusa isiittu ibsama.kutaa 10 ufkeessaa qaba. 09