×
Image

Barnoota adda addaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun Barnoota islaamaa adda addaa kan nama hundaaf barbaachisu kan akka haadhaaf abbatti toluu, rahima maxxansuu, olla jabeysuufii KKF uf keesaa qaba.

Image

Kun kitaaba murtii falfalaafi Raagaa keessatti kaayame. - (afaan oromoo)

Kun kitaaba murtii falfalaafi Raagaa keessatti kaayame.

Image

Waliin Kaanee Habarannu - (afaan oromoo)

Waliin Kaanee Habarannu

Image

Waan haraam ta namni laaffise - Waan Rabbi malee jiruun kakachuu - (afaan oromoo)

sagantaan kuni waan haraam tan namni laafise mata duree jedhuun qophaaye. diliilee hojjachuun dhoowwaa taahee namaa ibsa.irraa nama doowwas. kunii kutaa 2ffaadha.

Image

Gabaabfamaa bu'a qabeessa Muslima haaraaf - (afaan oromoo)

Gabaabfamaa bu'a qabeessa Muslima haaraaf

Image

HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII - (afaan oromoo)

HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII : Kitaabni kuni hadiisa shantama ufkeessaa qaba matadureelee gorsa adda addaa irraa dubbata, arba'iina nawaawiyyii jedhama, irraa filatamaa kitaabban hadiisa keessaa isa tokkoodha.

Image

Tolina diin islaamaa - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti tolinaafii bareeddina amantii islaamaatuu ibsame. akkasuma amantii haqaa tan biyyaa hundaaf zamana hundaaf ummata hundaaf mijjoytuu tahuutu ibsame.

Image

Barnoota utubaalee iimaanaa (13- murtii Rabbiitti amanuu kutaa4) - (afaan oromoo)

sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.

Image

Aqiidaa kee qur’aanaafii hadiisarraa fudhu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota aqiidaa qulqulluuttu bifa gaafiifii deebiitiin dhihaata.

Image

Barnoota utubaalee iimaanaa (12- murtii Rabbiitti amanuu kutaa3) - (afaan oromoo)

sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.

Image

barnoota tokkummaa Rabbii 14 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti bornoota tawhiidaa (tokkummaa Rabbiittu) ibsama.

Image

Barnoota utubaalee iimaanaa (11- murtii Rabbiitti amanuu kutaa2) - (afaan oromoo)

sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.