Waan haraam ta namni laaffise - Waan lubbu qabuu suuraa kaasuu
أعرض المحتوى باللغة العربية
sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.