hojiifii jechoota mindaa guddaa qaban - Sawaaba namoota azaananii
أعرض المحتوى باللغة العربية
sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du’aaiifii sabrii fi kkf.