Waan haraam ta namni laaffise - Waan Rabbi malee jiruun kakachuu
أعرض المحتوى باللغة العربية
sagantaan kuni waan haraam tan namni laafise mata duree jedhuun qophaaye. diliilee hojjachuun dhoowwaa taahee namaa ibsa.irraa nama doowwas. kunii kutaa 2ffaadha.