Mee Ramadaana akkamitti simanna ?
أعرض المحتوى باللغة العربية
Sagantaan kun waayee akkataa itti baatii Ramadaanaa kabajamtuu itti simataniifi qophii barbaachisu waan jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.