Sunana abii daawu ( kitaaba guutuu)
أعرض المحتوى باللغة العربية
Sagantaan kun irra caalaa kitaabban hadiisaa keessaa tokko kan tahe kitaaba sunana abuu daawud guutuu uf keessaa qaba.Hadiisota 5274 kan qooda 219 taa’e uf keessaa qaba.